Get Mystery Box with random crypto!

Yeroo Waaqeffannaa gaarii qabaanneef Waaqayyoof galanni haa ta | YESUS NI DHUFA

Yeroo Waaqeffannaa gaarii qabaanneef Waaqayyoof galanni haa ta’u.
Obboloota karaa garaa garaan nu tajaajilaan Waaqayyo isaan haa eebbisu, Ayyaanni Waaqayyoo isaanif haa baay’atu jechaa, Sagantaa keenya kan guyyaa har’aa asuma irraatti raawwanna. Waaqeffannaan keenya kallattii torbees yeroosaa eeggatee itti fufa.
Barumsootni torban keessatti qabnus guyyoota isaanii eeggatanii waan isiniif dhiyaataniif itti gargaaramaa.
Obboloota keessan warra kaanillee gara Tokkummaa kanaatti affeeraa isiniin jenna
Sagantaa keenya irratti yaada/gaaffii yoo qabaattan karaa keessaa /inbox/nuquunnamaa