Akkam jirtu maatii Waaqayyoo. Ayyaannii, araarrii fi nagaan Waaqayyoo bakka isin jirtan hundumatti isiniif haa baay’atu jechaa, Sagantaa keenya isa guyyaa haaraa #Faarfannaa dhaan jalqabna. Obboleessa keenya #Ermii waliin waaqeffanna. AFFEERAMTANIITTU!!! 486 views16:27